
Tokkummaa akka sabaatti qabnuun gantoota maalin of keessaa buqqisna?
Marii kana keessatti Dr Dagafaa Abdiisaa MSG fi GS ABO duraanii akkasumas daarikteera fayyaa Hospitaala Leenca Gurraacha kan turan, J/ Ayyaanaa Goobanaa, ogeessaa diinagdee fi qondaala ABO fi Caalaa Hayiluu waloo fi barreessaa tahuun dhimmoota armaan gadii irratti dubbataan.
1. Sochii QBO keessatti shoora Qeerroo fi gurmaayinsa Qeeroof gahee ABO
2. Gabootaa yeroo yeroon QBO ganan sababa fi tokkummaan sabni akkamiin of keessaa buqushaa
3. Olola miidiyaa tiin balbala galaanaa arganne jechuun BILXIGINNAAN xooxessituu fi rakkinoota ololli kuni qabatee dhufu
4. Dantaan Oromoo akka sabaa fi uummataattii akkasumas akka OROMIYAA tti maal taha jedhamuu qabxiilee biroo irratti marii dheeraa taasisan.
caqasaa nu deeggaraa.
Egeree Oromiyaa- EOs Podcast
Egeree Oromiyaa - EOs Podcast is a platform where we explore culture, identity, politics, literature, and the shared experiences of yesterday and today. We delve into the challenges faced by first-generation refugees, particularly Oromo youth in Sweden and other Western nations. Many untold stories emerge, offering support to both those who share and those who listen.
Our podcast amplifies the voices of those who have experienced the trauma of leaving home and coming to Europe in various ways. We invite role models, professionals, and experienced individuals to share their journeys from their homelands to their current lives in third countries. Through their stories, we aim to inspire and provide insight into adapting to life in a new country, offering hope to those newly arrived.
In addition to personal stories, we produce documentaries on historical events and current affairs in Ethiopia, with a special focus on Oromia. Our platform is a free space where individual opinions are welcomed while maintaining neutrality and respectful discussions. Freedom of expression is valued, but disrespectful language is never allowed. These values guide our conversations.
https://miidiyaadhaddachaoromoo.comhttps://dhalootafincilaa.wordpress.comhttps://caalaahayiluuabaataaakachalahailuabate.wordpress.com/
- No. of episodes: 212
- Latest episode: 2025-04-21
- Society & Culture Philosophy